Fana: At a Speed of Life!

GAONF Aanaa Walmaraatti Qamadini jallisiin misoomu eegalame

Finfinnee, Onkololeessa 22, 2015 (FBC) – Godina Addaa Oromiyaa Naannawa Finfinnee, Aanaa Walmaraatti Qamadiin jallisiin misoomu eegalameera.

Godina Addaa Oromiyaa Naannawa Finfinnee Aanaa Walmaraatti hojiin Qamadii jallisiin misoomsu bakka hogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Abarraa Warquu fi Bulchaan Godinichaa Obbo Girmaa Haayiluu argamanitti eegalameera.

Godinicha Qamadii kilaasteraan misoomsuuf facaasaan jalqabuu himameera.
Aanaa Walmaraatti lafti hektaarri 350 kilaateraan misoomaa jiraachuu eerameera.
Oomisha kuntaala miiliyoona 40 walitti qabuuf hojjetamaa jiraachuus eerameera.
Muluugeetaa Girmaatu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.