MM Abiy Ahimad hoggantoota Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii fi Gamtaa Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 30, 2014 (FBC)- Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad hoggantoota Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii fi Gamtaa Afrikaa waliin mari’ataniiru.
MM Abiy Ahimad fuula Twiitara isaaniin akka ibsanitti, Ityoophiyaan hundeessituu dhaabbata mootummoota gamtoomanii ta’uusheen birmadummaan isheen kabajamuu akka qabuu barreessaan dhaabbatichaa Antooniyoo Gutareezii fi Dura Ta’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaamaatii bilbilaan hubachiisa akka laatan ibsaniiru.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.