Fana: At a Speed of Life!

Gamtaan Emereetota Arabaa Lammiilee sababa sigiga lafaan Miidhaan irra qaqabeef deeggarsa taasise-TKM

Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) – Gamtaan Emereetota Arabaa Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Goofaa Aanaa Gazzee Goofaa ganda Keenchoo Saachaa Gozditti balaa sigiga lafaa mudateen lammiilee miidhaan irra qaqqabeef deeggarsaa Namoomaa taasisuu Tajaajilli komikeeshinii Mootummaa Beeksiseera.

Tajaajilli Komikeeshinii Mootummaa balichaa ilaalchiisuun ibsa kenneera.

Ministir Deetaan Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Salamaawit Kaasaan ibsa kennaniin, Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii fi Hoggantoonni biyyoota garaagaraa bala sigiga lafaa Naannoo Kibba Itiyoophiyaatti mudateen gadda itti dhaga’ame ibsuu isaanii eeraaniiru.

Gamtaan Emereetota Arabaa balaa Sigiga lafaa Godina Goofaatti mudateef har’a ganama deeggarsaa Namoomaa erguu himaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.