Fana: At a Speed of Life!

Gamtaan Afrikaa hawaasni idil addunyaa Sudaaniif deeggarsa namoomaa akka dhiyeessu gaafate

Finfinnee, Eebla 20, 2015(FBC)- Gamtaan Afrikaa dhiibbaa jeequmsa Sudaan hir’isuuf hawaasni idil addunyaa deeggarsa namoomaa ariifachiisaa akka dhiyeessu gaafateera.

Lammiilee biyyattii walitti bu’iinsa dheessuun biyyaa bahaniif biyyoonni ollaafi hawaasni idil addunyaa deeggarsa barbaachisaa akka taasisan gaafateera.

Walitti bu’iinsichaan rakkoolee lammiilee nagaa mudachuu danda’an hordofaa jiraachuu Dura Taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaamat ibsaniiru.

Humnoonni biyyattiis hatattamaan waliigaltee dhukaasa dhaabuurra akka gahan waamicha dhiyeessaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.