Gamtaan Afrikaa Burkiinaafaasoo miseensummaarraa haqe
Finfinnee, Amajjii 23, 2014 (FBC) – Fonqolcha mootummaa biyyattiitti gaggeeffame hordofee Gamtaan Afrikaa Burkiinaafaasoo miseensummaarraa haquu ibse.
Torbee tokko dura fonqolcha Mootummaa Burkiinaafaasootti gaggeeffameen Preezdaantiin biyyattii Maark Roohi Kaabooreen aangorraa kaafamuun kan yaadatamuudha.
Maddi:-CGTN Africa
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.