Fana: At a Speed of Life!

Gamaaggamni raawwiin karoora kurmaana 3ffaa Ministirootaa eegale

Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC)- Gamaaggamni raawwii karoora kurmaana sadaffaa ministirootaa Bakka Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad argamaniitti eegaleeera.

Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasumma isaaniin akka beeksisanitti, adeemsa hojmaata dhaabbatummaa gamaaggamuuf kutannoo jiruun, gamaaggama raawwii karoorri kurmaana waggaa eegaleera.

Adeemsa gamaaggamichaan raawwii addaa waliigalaa baatiiwwan sagalii diinagdee gooroo fi seektaroota isaa sakatta’uu himaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.