Fana: At a Speed of Life!

Gamaaggamni raawwii karoora gaggeeffamaa ture xumurame

Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)-Gamaaggamni karoora waggoota 10 bara giddugaleessaa bakka Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti gaggeeffamaa ture xumurameera.

Gamaaggamichaan kallattiiwwan fuulduree kaa’amuu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.

Waltajjiin gamaaggamichaa kaleessa kan eegale yoo ta’u, karooraa bara giddugaleessaa 2ffaa (2016-2018), raawwii karoora 2015 fi kallattiiwwan karoora bara 2016 akka gamaggamamu ibsamuun ni yaadatama.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.