Gamaaggamni raawwii baatiiwwan 6 Naannoo Oromiyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 2, 2015 (FBC)- Waltajjiin gamaaggama raawwii ji’oottan ja’an darbanii, Mootummaa Naannoo Oromiyaa bakka Pireezidaantiin naannichaa Obbo Shimallis Abdiisaa argamanitti gaggeeffamaa jira.
Waltajjichi Waajjira Pirezidaantii Naannoo Oromiyatti gaggeeffamaa kan jiru yoo ta’u, gabaasni kilaastarootaa fi raawwii pirojektootaa dhiyaatee gamaaggamama jiraachuu ragaan Waajjira Pireezidantii naannichaarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.