Gamaaggamni raawwi hojii baatiiwwan kurnan darbanii Paartii Badhaadhina gaggeffama jira
Finfinnee, Caamsaa 19 ,2015 (FBC)- Gamaaggamni raawwi hojii baatiiwwan kurnan darbanii Paartii Badhaadhina gaggeffama jiraachuu ibsame.
Gamaaggamicharrati Ittaanaa Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahi dabalatee hoggantoonni waajjiraalee damee Paartii Badhaadhina hundaa argamaniiru.
Maricharratti gabaasni hojiilee baatiiwwan kurnan darbanii dhiyaachuu ragaan Paartii Badhaadhinaarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.