Fana: At a Speed of Life!

Gamaaggamni gabaasa raawwii hojii naannoo Oromiyaa kurmaana 1ffaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 14, 2015 (FBC) – Gamaaggamni gabaasa raawwii hojii kurmaana 1ffaa mootummaa fi Paartii Badhaadhinaa naannoo Oromiyaa magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira.

Gamaaggama raawwii hojii kanarratti Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa fi Itti gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa obbo Fiqaaduu Tasammaa dabalatee Hoggantoonni aanaalee, godinaalee fi hoggantoonni biirolee sadarkaan jiran marii kanarratti hirmaataa jiru.

Gamaaggamichi hanga boruutti kan gaggeeffamu ta’uu eerameera.
Gamaaggama raawwii hojii kanaan ciminootaa fi hanqinoota turan adda baasuun irratti ni mari’atamaan kan eegamu ta’uu OBN gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.