Fana: At a Speed of Life!

Galmi Dhaabbanni Tokkummaa Afrikaa Itti hunda’e haaromsi isaa xumuramuun har’a eebbifama jedhame

Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) – Galmi seenaa qabeessi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Komishinii Diinagdee Afrikaa, Dhaabbanni Tokkummaa Afrikaa Itti hunda’e haaromsi isaa xumuramuun har’a kan eebbifamu ta’uu ibsameera.

Galmi seenaa qabeessi kun murtoo yaa’ii waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniin haaromsi hundagaleessi taasiifamaafii ture xumuramuun har’a kan eebbifamu ta’uu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.