Fana: At a Speed of Life!

Gaggeessitoota hoospitaalaa mootummaa fi dhuunfaf ibsi laatame

Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) – Gaggeessitoota hoospitaalaa mootummaa fi dhuunfaf vaayrasi koroonaa ilaalchisuun ibsi laatameera.

Ministerri Fayyaa fi Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa gaggeesittoota hoospiataalota mootummaa fi dhuunfaa magaalaa Finfinneetti argamaniif vaayrasi koroonaa ilaalchisuun haala yeroo ammaa fi fuulduratti maal ta’uu akka qaburratti ibsa laateera.

Ibsicharratti daayreektaroota hoospitaalaa, meetronoota, daayrektaroota meedikaalaa, ogeessoota faarmaasii, warren kutaa balaa tasaa hojjetan, warren infiikshinii ittisanii fi to’atanirra kan hojjetan akkasumas ogeessoonni kutaa garagaraa hirmaachuu ragaan Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaarra argame ni muldhisa.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.