Fana: At a Speed of Life!

Gabaasa qorannaa sa’aa 24 darbeetin Ityoophiyatti namoonni 399 vaayrasii koroonaatin yoo qabaman, 4 lubbuun isaanii darbeera

Finfinnee, Sadaasa 6, 2013 (FBC) Gabaasa qorannaa sa’aa 24 darbeetin Ityoophiyatti namoonni 399 vaayrasii koroonaatin yoo qabaman, 4 lubbuun isaanii darbeera.

Gabaasa Ministeerri Fayyaa baasen akka beeksisetti qorannaan laabraatoorii samuudaa 5002 hojjetameera.

Waliigalaan biyyattiitti namoonni qorannaadhan vaayrasichi irraatti argame 102720 qaqqabeera.

Lubbuun namoota 4 kan darbe yoo ta’u, waliigalaan vaayrasichaan lubbuu isaanii kan dhaaban 1569 qaqqabeera.

WAliigalaan kan dandamatan 63866 qaqqabeera.

Hanga ammaatti qorannaan samuudaa namoota miiliyoona 1 fi kuma dhibba 5 fi kuma 62 fi 8 hojjetameera.

Yeroo ammaatti namoonni vaayrasichi irratti argamu 37283 yoo ta’u kana keessaa 319 hodoffii wallaansa cimaa eessatti argamu.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.