Gaashanaan garee ABUT irraa bilisoomte – Komishinar Bissaxxi Geetahuun
Finfinnee, Hagayya 13, 2013 (FBC) – Gaashanaan garee ABUTirraa bilisoomuu Komishinarri Komishinii Poolisii Naannoo Amaaraa gargaaraan Komishanaraa Bissaxxi Geetahuun ibsan.
Raayyaan Ittisa Biyyaa Ajejni Kaabaa qaamoleen nageenyaa biro waliin ta’uun Oppireeshinii ariifachiisaa fudhataniin injifannoon galmaa’uu ibsaniiru.
Aanaalee Godina Walloo Kibbaa 4 keessaa gareen ABUT qulqullaa’ee ba’uu gargaaraan Komishanaraa Bisaxxi Geetahuun ibsan
Afawarq Iyyaayyuu fi Leeyikuun Alamuutu Adda Waraanarraa gabaase.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.