Fana: At a Speed of Life!

Gaanaa 2 -1 Ityoophiyaa

Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gita isaa Gaanaan goolii 2 fi 1 injifatame.

Garichi tapha Magaalaa Finfinnee Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti taasiiseen goolii 3 fi 0n injifatamuun kan yaadatamuudha.

Waliigala tapha marsaa lamaaniin Gaanaan goolii 5 fi 1 Ityoophiyaa injifachuun Waancaa Addunyaaf darbuu ishee ragaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.