Fana: At a Speed of Life!

Gaambeellaatti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa to’atame

Finfinnee, Hagayya 30, 2014 (FBC) – Naannoo Gaambeellaa aanaa addaa Itaangitti Kilaash Kooviin 55 seeran ala daddabarfamaa ture to’atamuu Waajjirri Poolisii aanichaa beeksiise.
Aanaa addaa Itaangi ganda Waatigaachinaa Puulkood jedhamutti Kilaash Kooviin Abbaan sadafii 19 fi dadachaatuun 39 to’atamuu Ajajaan Waajjira Poolisii aanichaa Inispeektar Unak Uboonoon ibsaniiru.
Qaamolee meeshaalee seeraan alaa kanneen daddabarsaa turan to’achuuf hordoffiin taasiifamaa jiraachuu eeruu isaanii ragaan Biiroo Kominikeeshinii Naannoo Gaambeellaa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.