Fana: At a Speed of Life!

Gaaffiin daangaa fi eenyummaa Raayyaa bu’uura heeraa mootummaatin kan deebi’u ta’uu Manni Maree Federeeshinii ibse

Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC) – Gaaffiin daangaa fi eenyummaa Raayyaa bu’uura heeraa mootummatin kan deebi’u ta’uu Manni Maree Federeeshinii ibseera.

Af Yaa’iin Mana Marichaa obbo Aganyaaw Tashaagaar, gaaffii bakka buutonni uummata Raayyaa dhiyeessaniif deebii laataniin, gaaffiin uummata raayyaa bu’uura heeraa mootummaatin ilaallamee murtoon kan itti laafamuu ta’uu ibsameera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.