Fana: At a Speed of Life!

Fulbaana 1,2014 Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun Madfiin yeroo 21f ni dhuka’a – Ministeera Raayyaa Ittisaa

Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Guyyaa boruu Fulbaana 1,2014 Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun Madfiin yeroo 21f kan dhuka’u ta’uu Ministeerri Raayyaa Ittisaa beeksiise.
Ganama sa’aatii 12 irratti yeroo 21f kan dhuka’u ta’uu ibseera.
Hawaasni kana hubachuun akka hin rifanne yaadachiiseera.
Qaamoleen nageenyaas dirqama irraa eegamu ba’uu akka qaban hubachiiseera.
Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.