Fana: At a Speed of Life!

Fooyya’iinsa Imaammata Barnootaafi Leenjiirratti mariin gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Amajjii 15, 2015(FBC)- Fooyya’iinsa Imaammata Barnootaafi Leenjiirratti mariin gaggeeffamaa jira

Maricharratti Ministira Ministeeraa Proofeesar Birhaanuu Naggaa dabalatee hoggantoonni olaanoon damee barnootaa biroon argamaniiru.

Barbaachisummaa fooyya’iinsa imaammatichaarratti ibsi kan kenname yoo ta’u, hanqina qulqullina barnootaa furuufi adeemsa haala yeroo ammaan walsimu hordofuuf fooyya’iinsa taasisuun barbaachisuu eerameera.

Habtaamuu Taklasillaaseetu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.