Fana: At a Speed of Life!

Fooramiin magaalota Itiyoophiyaa 9ffaan gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Guraandhala 13, 2016 (FBC) – Fooramiin magaalota Itiyoophiyaa 9ffaan Magaalaa Walaayittaa Sooddootti gaggeeffamaa jira.

Fooramichi mata duree ‘Magaalota Itiyoophiyaa badhaate’ jedhuun gaggeeffama.

Fooramicharratti muuxannoon wal jijjiirraa magaalotaa, Agarsiifnii fi Egzibizhishiin garaa garaa gaggeeffamaa jira jedhame.

Magaalotni 150 oliifi dhaabbileen garaagaraa 20 ol fooramicharratti hirmaatanii jiru.

Magaalota sadarkaa 1-3tti bahaniif beekamtiifi badhaasnis ni kennama.
Tasfaayee Ijjiguutuu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.