Fana: At a Speed of Life!

Fooramiin Invastimantii qaamolee raawwachiiftuu Federaalaa, Naannolee fi bulchiinsa magaaloota eegalame

Finfinnee, Sadaasa 7, 2016 (FBC) – Fooramiin Invastimantii kurmaana jalqabaan qaamolee raawwachiiftuu Federaalaa, Naannolee fi bulchiinsa magaaloota Finfinneetti eegalameera.

Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee fi Komishinara Komishinii Invastimantii Lalisee Namee dabalatee hoggantoonni Mootummaa Federaalaa, Naannolee fi bulchiinsa magaalootaa fooramicharratti argamaniiru.

Fooramichi oolmaa isaa guyyaa har’aan gabaasa raawwii mootummaa federaalaa, naannolee fi bulchiinsa magaalootaa gamaaggamuun kallattii ni kaa’aan kan eegamu ta’uu ragaan komichinicharraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.