Fana: At a Speed of Life!

Fooramiin Invastimantii Itiyoophiyaa beeksiisu Dohaatti gaggeeffame

Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC) – Fooramiin haala mijataa Invastimantii Itiyoophiyaa beeksiisu Kaataar Dohaatti Interneetiin gaggeeffameera.
Itiyoophiyaan qabeenya Invastimantiif mijataa ta’an hedduu qabaachuu Kaatar, Iraanii fi Yeemanitti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Fayisal Aliy ibsaniiru.
Waliigalteen hariiroo waloo Invastimantii Itiyoophiyaa fi Kaataar abbootiin qabeenyaa biyyattii carraalee Invastimantii Itiyoophiyaa jirutti akka hirmaataan kan jajjabeessu ta’uu kaasaniiru.
Abbootiin qabeenyaa Kaataar carraalee Invastimantii Itiyoophiyaan qabdutti akka fayyadaman Ministeera Dhimma Alaatti Daayrektarri Jeneraalaa dhimmoota Biyyoota Giddugala Baha Eeshiyaa fi Paassifikaa Ambaasaaddar Gabayehu Gaangaan waamicha dhiyeessuu ragaan Kaataaritti Embaasii Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.