Fana: At a Speed of Life!

Fooramiin hojii uumuu Afrikaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Waxabajjii 30, 2015 (FBC)-Fooramiin Hojii Uumuu Afrikaa Finfinnee, galma Gamtaa Afrikaatti gaggeeffamuu eegaleera.

Fooramichi mata duree “Naannawaa daldala walabaa Ardii Afrikaa carraa hojii gabaa uumuu, hirmaachisummaa dijitaalaa fi faayinaansii saffisiisuuf jedhuun gaggeeffamaa jira.

Dabalataan guyyaan hariiroo Afrikaas kabajamaa jira.

Fooramicharratti Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde Mufaariyaat Kaamiil, Komishinara Albuudaa, Indaastirii, Tuuriizimii, Daldalaa Gamtaa Afrikaa Albert Muchaangaa, Ittaanaa Koomiishinara Koomiishinii Gamtaa Afrikaa Mooniik Nisaanzaabaangawaa fi qondaaltonni dhabbilee diinagdee naannawaa Afrikaa argamuu TOI gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.