Fana: At a Speed of Life!

Firiin qormaata naannoo kutaa 8ffaa magaalaa Finfinnee ifoome

Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC) -Firiin qormaata naannoo kutaa 8ffaa magaalaa Finfinnee ifoome.
Firiin qormaata naannoo kutaa 8ffaa magaalaa Finfinnee ifoomuu bulchiinsi magaalichaa beeksise.
Baratoota qormaaticha fudhatan keessaa barattoo 80 % gara kutaa itti aanutti darbuu Biiroon Barnootaa magaalaa Finfinnee ibseera.
Barattoonni firii qoraamatichaa guyyaa boruu irraa eegalanii manneen barnootaatti ilaalaachuu akka danda’an Biiroon Barnootaa magaalaa Finfinnee beeksiseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.