Fana: At a Speed of Life!

Finfinneetti tajaajila tola ooltummaa tiraafikaaf tola ooltonni kumni 5 bobbafaman

Finfinnee, Waxabajjii 25, 2015 (FBC)-Koomishiniin Qindeessaan Tola Ooltummaa fi Hirmaannaa Hawaasaa, Magaalaa Finfinneetti hojii tola ooltummaa Tiraafikaa Gannaa kan qindeessan tola ooltota Kuma 5’f bobbii hojii kenneera.

Tola ooltonni kunneen Ganna kana hojiilee kabachiisa seera Tiraafikaa akka gaggeessan ragaan Kominikeeshinii magaalichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.