Fana: At a Speed of Life!

Finfinneetti shakkamtoonni ragaalee sobaa hojjechaa turan to’ataman

Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Finfinneetti shakkamtoonni ragaalee sobaa hojjechaa turan to’ataman.
 
Shakkamtoonni kutaa bulchiinsa magaalaa Qiirqoos aanaa 4, manneen waliin jireenyaa Gootaraatti ragaalee sobaa hojjechaa turuu Koomiishiniin Poolisii Finfinnee beeksiseera.
 
Akka ibsa poolisiitti ragaaleen sobaa fi chaappaawwan 108 qabamaniiru.
 
Ummanni ragaalee sobaarraa akka of eegus poolisiin dhaamera.
 
Shakkamtoonni lama; Hagayya 1,2012 chaappaa waajjiraalee mootummaa fi dhuunfaa 108 fi ragaalee sobaa 15 waliin to’atamaniiru.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.