Finfinneetti Piroojektooni misoomaa Birrii biiliyoona 2 olin ijaarraman eebbifaman
Finfinnee, Adoolessa 22, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Piroojektoonni Dbaabbilee barnootaa fi fayyaa Birrii biiliyoona 2 oliin ijaaraman eebbifamaniiru.
Piroojektoonni manneen barnootaa 72 fi dhaabbileen fayyaa 28 Birrii Biiliyoona 2 oliin ijaaraman eebbifamuun tajaajilaaf banaa ta’aniiru.
Piroojektoonni kunneen gaaffii ummaataa kan deebisan ta’uu eerameera.
Tigist Asmaamawutu gabaase.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.