Fana: At a Speed of Life!

Finfinneetti manneen jireenya ammayyaa’an abbootii qabeenyaa biyya keessaan ijaaramuufi

Finfinnee, Muddee 19, 2012 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti ganda manneen jireenya ammayyaa’an abbootii qabeenyaa biyya keessaan ijaaramuuf jedhame.

Itti aanaan Kantiibaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee torbee shufu ijaarsi isaa kan eegaluu proojakticha daawwataniiru.

Manneen jireenya kun appartaamota ammayyaa fi bakkeewwaan tajaajiila kennu kan ofkeessatti qabatedha.

Kanaan dura dhaabbilee Emireetota Araba Gamtoomanii fi Chaayinaan kan ijaaraman gandoonni manneen jireenyaa ifoomuun isaa ni yaadatama.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.