Finfinneetti M/Barnoota Jarraa Abbaa Gadaa dabalatee pirojektoonni xumuraman eebbifaman
Finfinnee, Adoolessa 13, 2015 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Booleetti pirojektiiwwaan ijaarsi isaanii xumurame 65 tajaajilaf banaman.
Pirojektiiwwaan kunneen, buufata Fayyaa Diil Firee, Waajjira Poolisii Naannoo Harbuu, fi Mana Barnoota Jarraa Abbaa Gadaa eebbifamuun tajaajilaaf banamaniiru.
Sirna eebba pirojektoota kanneenirratti Itti Aanaan Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Obbo Jaanxiraar Abbaay dabalatee, qondaaltonni biroon argamuu ragaan kominikeshinii magaalichaarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.