Fana: At a Speed of Life!

Finfinneetti kurmaana 1ffaa darbe keessa galiin Birriin biiliyoonni 33 ol walitti qabamuu ibsame

Finfinnee, Sadaasa 3, 2016 (FBC) – Finfinneetti kurmaana 1ffaa darbe keessa galiin Birriin biiliyoonni 33 ol walitti qabamuu Biiroon Galiiwwanii Magaalaa Finfinnee beeksiseera.

Bara baajataa 2016 keessa Galii Birrii biiliyoona 140.29 walitti qabuuf karoorfamee kurmaana 1ffaa darbe keessa Birrii biiliyoonni 33 ol walitti qabamuu Hogganaan biirichaa Obbo Adam Nuur ibsaniiru.

Zaman Bayyaneetu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.