Fana: At a Speed of Life!

Finfinneetti kookeeniin Birrii miiliyoona 247’tti tilmaamamu to’atame

Finfinnee, Hagayya 5, 2015 (FBC)- Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti baalli sammuu namaa hadoochuu kookeenii jedhamu Birrii miiliyoona 247’tti tilmaamamu to’atamuu Koomishiniin Gumurukaa beeksise.

Kookeenichi kiloogirama 29.2 yoo ta’u, buufata xiyyaaraa Biraazil irraa ka’uun gara Buufataa Xiyyaraa Idil Addunyaa Booleetti geejjibsisuun sakkata’iinsa hojjetoota Koomiishinii Gumurukaa damee buufatichaan to’annoo jala oolfamuu ragaan Koomishinii Gumurukaa irra argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.