Fana: At a Speed of Life!

Finfinneetti kan argamu Koolleejjiin Ogummaa fi Teeknikaa  raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasise

Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC)-Koolleejji Ogummaa fi Teeknikaa fi Biiroo Misoomaa Teeknooloojii Finfinnee jalatti kan argamu Koolleejjiin Ogummaa fi Teeknikaa  deeggarsa meeshaalee Birrii miiliyoona 23 olitti tilmaamamuu Raayyaa Ittisa Biyyaaf laateera.

Deeggarsichi adda waraanaa Dasseetti argamuun laatamuu ragaan Waajjira Prees Sekreetaariiyaat magaalaa Finfinneerra argame ni muul’dhisa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.