Fana: At a Speed of Life!

Finfinneetti Ashaaraa Magariisaa ganna kanaan Biqiltuu miiliyoona 17 dhaabuuf hojjetamaa jira jedhame

Finfinnee, Caamsaa 8, 2016 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaan Biqiltuu miiliyoona 17 ol dhaabuuf hojjechaa jiraachuu Biiroon Miidhagina Magaalaafi Misooma Magariisummaa Magaalichaa beeksiseera.

Buufata Biqiltuu Magaalichatti argaman 10 keessaatti qophiin biqiltuu taasifamaa jiraachuu ibseera.

Biqiltuuwwan akaakuu garaagaraa miiliyoona 17 ol dhaabuuf qophiin taasiifamaa jiraachuu AMN gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.