Fana: At a Speed of Life!

Finfinneetti adeemsi baruu fi barsiisuu bara 2016 eegale

Finfinnee, Fulbaana 7, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti adeemsi baruu fi barsiisuu bara 2016 har’a eegaleera.

Biiroon Barnoota Magaalicha akka beeksisetti, adeemsa baruuf barsiisuu bara 2016’f haaldureen hundi xumurameera.

Gama biraatiin, adeemsi baruuf barsiisuu sadarkaa biyyaalessaatti Fulbaana 14, 2016 ni eegalan eegama.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.