Fana: At a Speed of Life!

Fincaa’awwan Awaashii fi Haroon Basaqaa kennaa uumama hin tuqamneedha – Dooktar Abiy

Finfinnee, Gurraandhala 6, 2013 (FBC) – Lafti keenya qabeenya guddaa kuufatee qaba jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.

Yoo cimnee misoomsine danuu bulchuuf ni oolu jedhan Fuula Feesbuukii isaaniin.

Fancaa’aawwann Awaashii fi Haroon Basaqaa kennaa uumama hin tuqamne jireenya hawaasa naannawaa sana jiran jijjiiruuf kanneen humna qabaniidha jechuun ibsaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Appilikeeshinii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet https://play.google.com/store/apps/details… bilbila sochootuu keessanirratti fe’achuudhan Televiizhinii Faanaa, FM Finfinnee 98.1 fi Raadiyoo Biyyoolessaa hordofaa.

Viidiyoowwanis daawwadhaa.

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.