Filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaan adeemsa filannoo eegee gaggeeffamu humni eeggataan Afrikaa Bahaa hime
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaan adeemsa filannoo eegee gaggeeffamu gareen Taajjabdootaa Humna Eeggataa Afrikaa Bahaa beeksiiseera.
Gareen Taajjabdootaa kun naannolee 5 keessa socho’uun iddoolee daawwateetti filannichi giddugaltummaa tokko malee gaggeeffamaa ooluu ibseera.
Qaama miidhamtootaa fi maanguddootaaf dursa kennuun gaggeeffamuu himeera.
Buufataalee hedduurratti yeroo isaa eeguu eegalamuu eerun, yaa ta’uutii buufatalee filannoo muraasarratti sagalee laachuun harkifatee eegaluu himeera.
Filannicha karaa nagaa fi bilisa ta’een akka xumuramuuf qaamoleen nageenyaa dirqama isaanii ba’uu akka qabu hubachiisera.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.