Filannichi rakkoo nageenyaa tokko malee xumuramuu fi morkii cimaan kan itti muuldhateedha-Obbo Dastaa Leedaamoo
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leedaamoo filannichi rakkoo nageenyaa tokko malee xumuramuu fi morkii cimaan kan itti muuldhateedha jedhaniiru.
Filannichi akka hin gaggeeffamnee qaamoleen barbadaan turaniis filannichaa haala milkaa’een gaggeeffamuusa ibsaniiru.
Obbo Dastaan adeemsa filannichaarratti hanqinni waraqaa kan muudatee yoo ta’uu, haqinichi furamuun hawaasni sagaleesa laachuu danda’eera jedhan.
Birhaanuu Bagaashaawtu gabaase
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.