Fana: At a Speed of Life!

Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Pirojektoota garaagaraa Eebbisisaa jiru

Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC) –Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humna Waraanaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan pirojektoota garaagaraa eebbisisaa jiraachuun ibsame.

Fiildi Maarshaal Birhaanuun har’a ganama Mooraa mana jireenyaa Kutaa Waraanaa Qajeelcha Mahaandisii Ajaja Bahaa eebbisaniiru.

Itti aanuun Mana jieenyaa ammayyaa raayyaa ittisaa fi Hospitaala sadarkaa 3ffaa Ajaja Bahaa baasii Birrii biiliyoona 3’n ijaaraman ni eebbisuun kan eegamu ta’uu ragaan Raayyaa Ittisa Biyyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.