Fana: At a Speed of Life!

Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaan Turkitti daawwannaa hojii taasisan

Finfinnee, Mudde 18, 2015(FBC)- Itaamaajor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaan Turkitti daawwannaa hojii taasisaniiru.

Jilli Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaan durfamu Turkitti daawwannaa hojii taasisaa jiraachuu ibsameera.

Daawwannichaan Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaan gitasaanii Yaasaar Guular waliin mari’achuu eerameera.

Mariin isaanii tumsa waloo Raayyaa Ittisaafi hariiroo biyyoota lameeniirratti xiyyeeffachuu ragaan Ankaaraatti Embaasii Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.