Fana: At a Speed of Life!

Fiigichi xumuraa meetira kuma 10’n har’a dhiiroota gidduutti gaggeeffaamuun Atleetoonni Ityoophiyaa ni eegamu

Finfinnee, Adoolessa 10, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa Ameerikaa Ooriiganitti gaggeeffamaa jiruun fiigichi xumuraa meetira kuma 10’n Atleetoonni Ityoophiyaa ni eegamu.

Har’a waaree booda sa’aatii 10:15 irraa eegalee fiigichi maaraatoonii dhiiroota giddutti kan gaggeeffamu yoo ta’uu, Atleet Leellisaa Deessisaa, Mussinnat Garramoo, Seeyifuu Turaa fi Ayyalaa Tolaan Ityoophiyaa bakka bu’uun ni fiigu jedhame.

Halkan sa’aatii 5:00 irraa eegalee ammoo fiigichi fageenya meetira kuma 10 dhiiroota gidduutti dorgomamu xiyyeeffannoo olaanaa argateera.

Atleet Barrihuun Aragaawwii, Salamoon Baraggaa fi Taaddasaa Warquun tilmaamama injifannoo argataniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.