Fana: At a Speed of Life!

Fiigicha walakkaa Maaraatoonii Landaniin Atleetoonni Ityoophiyaa 2ffaa fi 3ffaa ba’an

Finfinnee, Fulbaana 1, 2015 (FBC) – Fiigicha walakkaa Maaraatoonii Landanitti gaggeeffameen Atleet Salamoon Baraggaa 2ffaan yoo xumuru, Atleet Qananiisaa Baqqalaan sadarkaa 3ffaa ba’eera.

Yeroo jalqabaaf walakkaa Maaraatooniin kan hirmaate Atleet Salamoon Baraggaan sa’aatii 1 fi seekondii 29 xumuruun 2ffaa ba’eera.

Atleet Qananiisaa Baqqalaan ammoo sa’aa 1:1.02 xumuruun 3ffaa ba’eera.

Dorgommicha Atleetiin Ugaandaa Jaakoob Kiippilliimmoon sadarkaa 1ffaan xumuruun injifachuu ragaan Maaraatoonii Landanii argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.