Fiigicha walakkaa maaraatoonii Hiiwustaniin Atileetonni Ityoophiyaa injifatan
Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC) – Fiigicha walakkaa maaraatoonii Ameerikaa Hiiwustanitti gaggeeffameen Atileetonni Ityoophiyaa injifatan.
Fiigicha walakkaa maaraatoonii dhiirotaan Atileet Li’uul Gabrasillaaseen yoo injifatu, kan dubartootaan Atileet Hiwoot Gabramaariyaam injifatteetti.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.