Fana: At a Speed of Life!

Fiigicha meetira kuma 5 dhiirootan Atleetoonni Ityoophiyaa hin milkoofne

Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 18ffaan fiigicha meetira kuma 5 dhiiroota gidduutti gaggeeffameen Atleetiin Noorweey 5 meedaaliyaa Warqee biyya isaaf argamsiiseera.

Atleet Yoomiif Qajeelchaa sadarkaa 8ffaa, Solomoon Baaraggaan sadarkaa 12ffaa fi Muktaar Idiriis sadarkaa 13ffaa ba’uun xumuraniiru.

Atleetiin Keeniyaa sadarkaa 2ffaan meedaaliyaa Meetii, Ugaandaan ammoo meedaaliyaa Nahaasii argataniiru.

Fiigicha meetira 800 dubartoota gedduutti gaggeeffameen ammoo Atleet Dirribee Waltajjii sadarkaa 4ffaan xumuruun badhaasa Dippiloomaa argatteerti

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.