Fana: At a Speed of Life!

Fiigicha meetira kuma 5 Atleet Gudaaf Tsaggaayeen meedaaliyaa Warqee Ityoophiyaaf argamsiifte

Finfinnee, Adoolessa 17, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa Ameerikaa Ooriiganitti gaggeeffamaa jiruun fiigicha xumuraa meetira kuma 5 halkan kana dubartoota gidduutti gaggeeffameen Atleet Gudaaf Tsaggaayeen meedaliyaa Warqee 4ffaa Ityoophiyaa argamsiifte.

Atleet Gudaaf Tsaggaayeen fageenyicha daqiiqaa 14፡46.29 xumuruun Meedaaliyaa Warqee, Atleet Daawwiit Siyyuum ammoo daqiiqaa 14፡47.36 xumuruun Meedaaliyaa Naahaasii biyya isaaniif argamsiisaniiru.

Atleet Lattasanbat Giday sadarkaa 5ffaan xumurteerti.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Atleet Lattasanbat Giday sadarkaa 5ffaan xumurteert.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.