Fana: At a Speed of Life!

Fiigicha Gulaallii shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa eda gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa marsaa xumuraaf darban

Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) –Fiigicha Gulaallii shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa eda Ooriiganitti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa kooriniyaa lamaaniinu marsaa xumuraaf darbaniiru.
Dorgommii gufachiisaa meetira kuma 3 dhiiroota gidduutti gaggeeffameen Atleet Geetinnat Waalee, Lammeessaa Girmaa fi Hayilamaariyaam Amaaraan xumuraaf darbaniiru.
Akkasuma dorgommii gulaallii fageenya meetiraa kuma 1 fi 500 dubatoota gidduutti gaggeeffameen Atleet Gudaaf Tsaggaayee, Hiruut Mashashaa fi Fireeweeyinii Hayiluun marsaa xumuraaf darbaniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.