Fana: At a Speed of Life!

FIFAn Deeggarsa Doolaara biiliyoona 2.79 ifoomse

Finfinnee, Mudde 12, 2016 (FBC) – Waldaan Kubbaa Miilaa Idil Addunyaa misooma Kubbaa miilaaf dooggarsaa Doolaara biiliyoona 2.79 ifoomseera.

Deeggarsi kun misooma kubbaa miilaa biyyoota miseensa waldichaaf kan oolu ta’uu eerameera.

Deeggarsichi Piroojektoonni Konfedereeshinii Ardiilee 6 keessatti argaman kuma 1 fi 600 fayyadamoo taasiisa jedhame.

Maallaqa Kubbaa Miilaarraa walitti qabame guddina Kubbaa miilaaf deebisnee oolchuuf haaluma waadaa galleen raawwanneera Pireezidaantiin Waldaa Kubbaa Miilaa Addunyaa Jiyaan Infaatiinoon.

FIFAn bara Faranjootaa 2016 hanga 2022 Doolaara biiliyoona 2.24 qofa kan ramadame yoo ta’uu, Bara 2023 ammoo Doolaara biiliyoona 2.8 ramaduun dhaabbatichi misooma Kubbaa miilaaf xiyyeeffannoo addaa kennuu agarsiisa jedhan.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.