Fana: At a Speed of Life!

Feestivaalli Aadaa dubbisaa sadarkaa magaalaa 8ffaan eegalame

Finfinnee, Amajjii 16, 2016 (FBC) – Feestivaalli Aadaa dubbisaa sadarkaa magaalaa 8ffaan Gola Hambaa magaalaa Finfinneetti eegalameera.

Feestivaalli Aadaa dubbisaa kun mata duree ‘Dhaloota dubbisaa Badhaadhinaa biyyaaf’ jedhuun gaggeeffamuu eegaleera.

Feestivaalichi guyyoota 5niif kan turu ta’uu ragaan Biiroo Aadaa, Aartii fi Turizimii magaalichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.