Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa baajata Birrii miiliyoona 220 raggaasise
Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa Yaa’ii idilee 27ffaa gaggeessaa ture baajata bara 2016’f Birrii miiliyoona 220 raggaasisuun xumureera.
Baajatichi piroojektii dargaggootaaf xiyyeeffannoo kennuu akka qabu waliigalamuu ibsameera.
Itiyoophiyaa Addunyaarratti caalmaatti beeksisuuf maddoota galii damichaa guddisuuf qindoominaan kan hojjetamu ta’uu Pireezidaantiin Federeeshinichaa Gargaartuun Komishinaraa Atileet Daraartuu Tulluun ibsaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.