Fana: At a Speed of Life!

Faransaay walakkaa xumuraa Waancaa Addunyaaf dabarte

Finfinnee, Mudde 1, 2015 (FBC) – Faransaay Ingiliiz injifachuun tapha walakkaa xumuraa waancaa Addunyaaf dabarteerti.

Faransaay goolii 2 fi 1n Ingiliiz injifachuun tapha Walakkkaa xumuraa Waancaa Addunyaaf darbuu dandeesseerti.

Faransaayi shaampiyoonaa Waancaa addunyaa 21ffaa ta’uun ishee kan yaadatamuudha.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.