Fana: At a Speed of Life!

Faransaay Poolaandiin injifachuun tapha nuusa xumuraaf dabarte

Finfinnee, Sadaasa 25, 2015 (FBC)- Faransaay 3 fi 1’n Poolaandiin injifachuun tapha nuusa Xumuraaf dabartetti.

Istaadiyamii Altuumaamitti taphaa Farnsaayii fi Poolaandi gidduutti taphatameen taphataa Oliviyeer Jiiruu goolii tokko, Keeliyaan Minaappee goolii lama Fayansaayiif lakkoofsisaniiru.

Haaluma kanaan Faransaay biyyoota nuusaa xumuraaf darban keessaa tokko ta’u mirkaneeffatteetti.

Rukuttaa adabbii Poolaandiif kennameen Roobertoo Levadoviskii Poolaandiif goolii tokko galcheera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.